RSWO - Caamsaa 18, 2017 - SAGANTAA ARRAA DHAGEEFFADHAA

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by
ODUU:
- Godina Wallagga lixaatti waraanni koloneeffataa wayyaanee Oromoo jeeqaa jiraachuu,
- Weerarri liyyuu poolisii soomaalee wayyaaneen tumsamu Oromoo irratti bifa haareyaan labsamuu,
Harargee Lixaa Hirna keessatti wayyaaneen dargaggootaa fi caasaa isaallee hidhaa jiraachuu
- Adaamaa keessatti namni tokko waraana koloneeffataa wayyaaneen ajjeeffamuu
- Dhaamsa RSWO haala yeroo irratti xiyyeeffate dhageeffachuu hin dagatinaa
Category
Radios Political

Post your comment

Comments

Be the first to comment