RSWO - Adooleessa, 16- 2017- ODUU, QOPHII ADDAA FI DHAAMSA RSWO DHAGEEFFADHAA

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by
ADOOLESSA 16,2017
ODUU
Kafatii gibiraa humnaan olii daldaltoota oromoo irratti mootummaa koloneeffataa wayyaaneen murame balaaleffatuuf hiriirri mormii magaalota oromiyaa garaa garaa keessatti eegalee ture ammas jabaate itti fufuun
Godina qellem wallaggaa aanaa sayyoo magaalaa danbidoolloo keessatti kafaltiin gibiraa daldaltoota oromoo irratti murame gurraan dhagayuufu kan nama suukanneessu ta'uu,
Aanota godina shawaa lixaa kan akka aanaa jaalduu fi dandii keessatti warraaqsi mormii kafaltii gibiraatiin bakkoota garagaraatti eegalee jiru ni baballata sodaa jedhuun kabinoonnii fi ergamtoonni wayyaanee sadarkaa aanaa irraa hanaga araddaaleetti hawaasa keessa faca’uu,

QOPHII ADDAA: gaafiif deebii Nageessaa Oddoo Duubee waliin goone – kutaa 1ffaa
DHAAMSA RSWO – Haala qabsoo oromoo irratti fuulleeffatu
Category
Radios Political

Post your comment

Comments

Be the first to comment