qaroo_ija_Lamaanii_Dhabee_Dararamaa_jira_ #Sher osoo hin godhin bira hin dabrinaa

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by Webmaster
#qaroo_ija_Lamaanii_Dhabee_Dararamaa_jira_

#Sher osoo hin godhin bira hin dabrinaa video haaraa ama qulqullinaan waraabame
yaa ilmaan Oromoo mucaa kana haa qarqaarru isin malee homaa hin qabu oromoon wal malee hin qabu Haa fayyifannu qaroo ijaa dhabee qaroo isaa haa deebifnuuf ija isaa ka jaamte tana Deebisuuf Maallaqa Gaafatan Mucaan kun ammoo Maallaqa hin qabu Baqataadha jiruu Baqattummaatiin Biyya masrii Cairo keessa jiraataa jira.ijji isaa yeroo mastar plaanii bara 2016 sanitti osoo Agaaziin Ariitu Lafa dhahee miidhamee yero Sanitti itti hin beekkamne amma erga baqatee biyya masrii kana dhufee ijji isaa Lamaanuu badde waan ittiin yaalamu dhabuudhaan jiruu Dukkanaa keessa jiraataa jira.mucaan kun waan ija isaa yoo Gaafattan yero hunda Ni booya Rakkoo isaa Namatti himachuunuu itti dhagayama jira kanaafuu yaa Oromoo tiyya ija tiyya Naaf Deebisaa jedhaa jira Adaraa Oromummaa Rabbiif jedhaati Qarqaaraa Lakkofsa bilbila isaa kanaan argachuu dandeettu+201102977588 qaamaan isa qunnamuun dubbisaa #Sher Godhaa
Category
OMN News

Post your comment

Comments

Be the first to comment