Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast- 26 March 2016

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by Webmaster
Kun qophii tamsaasa Raadiyoo Sagalee Oromoo kan bitootessa 26 bara 2016 ti.

Qophii har'aa keessatti Oduu biyya keessaa gurraan isin geenya.

Qophiin idilee immoo Kaayyoo dha. Kaayyoo keessatti qophii "Hidhaa fi ajjeechaan qabsoo ummati Oromoo bilisummaaf godhu daran jabeessa malee duubatti hin deebisu," kan jedhu qabatee dhiyaata.
=================
Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.
Category
Oromo Voice News Radios

Post your comment

Comments

Be the first to comment