Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast- 23 March 2016

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by Webmaster
Dhaggeeffattoota keenya kabajamoo,
Akkaam jirtu?

Har’ i Bitootessa 23, bara 2016.

Qophiin haráaf qabnu Tibbanaa fi Mala Jireenyaa ti,

Tibbanaan diddaa Oromoo deeggaruun biyya hambaa keesatti hiriira gaggeeffamaa jiru irratti kan xiyyeeffatee dha.

Mala Jireenyaa keessatti, immoo qopheessaan sagantichaa Aliye sabni afaan tokko dubbatu ni milkaa’a nuun jedha.

Keessummeessituun Ayaantuu Damee ti.

Amma gara oduu haraattin sin dabarsa; itti dhiyaadha.
=========================

Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.
Category
Oromo Voice News Radios

Post your comment

Comments

Be the first to comment