Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast-2 March 2016

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by Webmaster
Kun qophii keenya Bitootessa 2 bara 2016 ti; Dhaggeeffattoota keenya kabajamoo, akkaam jirtu?

Qophiin haráaf qabnu Tibbanaa fi Mala Jireenyaa ti.

Tibbanaan haala diddaa Oromoo Oromiyaa keessatti deemaa jiru irratti xiyyeeffata.

Mala Jireenyaa keessattis dhimmuma diddaa Oromoon gaggeessaa jiur irratti qophii xiyyeeffate qabannee dhiyaanna.

Akkuma barame dursa kana dhiyaatu, oduu dha.
Keessummeessituun keessan Lalisee Wadaajoo ti.
Oduu har'aatiif Dhaabasaa Waaqjiraa toora irra jira; itti dhiyaadha.

================
Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.
Category
Oromo Voice News Radios

Post your comment

Comments

Be the first to comment