KFO fi ABO 01 01 2011

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by Abishe
KFO fi ABO
=========
[OBN 01 01 2011] (ABO)Addi bilisummaa Oromoo fi (KFO) kongreesiin federaalawaa Oromoo dhimmoota dantaa Oromoo fi Oromiyaa dursuurratti waliin hojjechuuf waliigalteerra gahan. Waliigalteen Dhaabbilee lamaanii sagaleen uummataa akka hin hiramne karaa hundaan waliin hojjechuu, sirna federaalawaa dhugaa fiduu, mirga hiree ofii murteeffachuu dhugoomsuu fi nagaa waaraa mirkaneessuu akka haammatu ibsameera.
Category
TV Oromiyaa News Dramas (DHEEBUU, DAMBALII, WAZEMA, MOGACHOCH...)

Post your comment

Comments

Be the first to comment