Deeggariniifi Ajjeechaa kana keessaan harka hin qabnee fakkeessu feeti.

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by Webmaster
Hogganoonni OPDO akka waan labsii muddamaa kana hin deeggariniifi ajjeechaa kana keessaan harka hin qabnee fakkeessu feeti. Dhugaan jiru garuu labsiin muddamaa kun gaafa walgahii guyyaa 17 murtaawuu dubbataa turre. Kunoo har’a gooftaan isaanii saaxila baase. Miseensonni EPRDF hundi sagalee takkaan labsijn akka barbaachisu mirkaneessan jedha Darbaxiyoon. Barcumaa aangoo dhugaa hin qabneef jecha ummata keenya gantee labsii lolaa deeggarte HOGGANSI OPDO.
Category
OMN News

Post your comment

Comments

Be the first to comment