daangaa Itiyoophiyaa fi Eertiraa 01 01 2011

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by Abishe
Humni waraanaa daangaa Itiyoophiyaa fi Eertiraa irra ture ni ka'a- Dr. Abiy Ahimad
=======================================================
[OBN 01 01 2011] Humni waraanaa daangaa Itiyoophiyaa fi Eertiraa irra ture ka'uun kan boqatu ta'uu Ministiraa Muummen FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad beeksisaniiru. Ministiraa Muummeen Dooktar Abiyyi Preezdaant Isaayyaas Afawarqii fi aanga'ootni biyyoota lamaanii akkasumas raayyan ittisaa daangarra jiruu fi ummata biyyoota lamaanii waliin ayyaana bara haaraa kabajanii olaaniiru. Dooktar Abiy yeroo achii deebi'anitti ibsa kennaniin humni waraanaa waggoota dheeraf naannoo daangaa qubate haala rakkisaa keessa waan tureef ka'uun akka boqatu ni ta'a jedhaniiru.
Category
TV Oromiyaa News Dramas (DHEEBUU, DAMBALII, WAZEMA, MOGACHOCH...)

Post your comment

Comments

Be the first to comment