Artiist Hayiluu Disaasaa

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by Abishe
Biyyoon itti yaa salphaattu. Artiistiin kun guddina Aartii Oromoof gahee guddaa qabu sagaalee kilooleen weellisuun kan hojjetan, STVO walin turte godhan ture. Awwaalchi isaanii guyyaa booruuti.
Category
TV Oromiyaa News Dramas (DHEEBUU, DAMBALII, WAZEMA, MOGACHOCH...)

Post your comment

Comments

Be the first to comment