Abdi Fite says good-bye
Waggoottan sadan darban bifan itti amaneen uummata koo karaa Miidiyaa tajaajileera jedheen amana. Uummata acuucamee ukkaamameef sagalee ta'uu caalaa waan nama gammachiisu hin jiru. Adeemsa kana keessattis dinqisiifattoota hedduu horadheera. Karaan bilisummaa nu dura jiru dheeraa dha. Kana keessatti sichi bu'aa ba'ii hedduutu nu eeggata. Obsa qabaannaan kana hundarra ceenee bakka kakuu keenya ni geenya. Garuu tokkummaa fi jabina nu feesisa. Qulqulummaa fi Cichummaan hojjennaan waan hanqanuuf hin jiru. Hordoftoota koo karaa OMN na daawataa turtan hedduun isin jaalladha. Hedduunis isin kabaja. Tarii Miidiyaa ta'uu baatus bifa biraan walitti deebi'uu malla ta'a. Turtii koo OMN waliinii keessatti saba koof bu'aa buuseera jedhee waanan amanuuf gammachuu guddaatu natti dhaga'ama.
Nagaatti!!
si jaalanna Omn irra si dhabnuus bakka tokkotti si argachuun hin hafuu!
BRING BACK ABDII FIIXEE!!!! ELIMINATE wayane agent JAWAR MOHAMED FROM OMN! Abdi Fixee not only CONCEIVED and FOUNDED OMN, but he became victim of the a stray dog he lifted from trash to a national level!!!!! Who was the first person to defend and publicise Jawahr mahamed when he became under fire from habasha after saying I am Oromo first? Go back and check the videos. From now on, oromos should make no difference between Jawar and Abay Tsahye. Abdii Fiixee represents millions of Oromos. He is the only person among OMN staff who does not need to prove that he has no connection with wayane, one way or another. A clean, clear, sincere and untainted oromo nationalist. Jawar simply does not want to see genius Oromos next to him. I urge the BOARD of OMN to FIRE JAWAR MOHAMOD immediately, once and for all and bring back all oromo nationals he fired. I urge oromos not to pay even one cent until Jawar is fired from OMN.
Abdii Atti Dhuguuma Goota , Goota Wayyanee jilbeefachise Sagalee Oromoota Miliyoonaan Lakkawaaman Aduyaati Mul`iiste .Eegaan Abdi Tiyya Bakka Hundaati Milkaayi !!
Abdi waldhabbii fi walitti bu`ins waanuma jiru, kuni garuu iddoo bu`aa guddaa buusuu dandeessu irraa si hin bqachiisu. Kan ani shakku inaafaa fi gandumaan maraache( warri hojii seexanaa hojetan) si jaanjessanii murtee kana irra akka geessuf sirratti hojetaniiru yoo ta`e saba keenya otoo hin taane situ miidhama.kana habisuuf rakkina ture hiikuuf qophii ta`uu argisiisi.
Abdi,
Kan gara gara haa ta'u! Garaan waan heddu baata!
Gumacha ummata Oromoof hanga yoona gooteef heddu galatoomi. Gara fulduras kara dandeese hunda gumachake itti fufi. Waan OMN dhiifte bate ummatati himun si hinbarbachifu. Gaftokko, turte bulte himu dandessa; ammaf garu inbarbacisu.
https://www.youtube.com/watch?v=PZe7amHk_1Y
Abdii Abshiir Dictatorship somewhere is dictatorship everywhere.
Abdi hamma danda'ametti dhiisanii deemuu osoo hin taanee wanta rakkoo ta'eef furmaata barbaadudha. Kana hin ta'u taanaan dheebuun bilisummaa dheerachuun isaa hin oolu.
an akka nama tokkotti baay'een gadaa. maalif akka gadi dhifte osoo ibsate jaalattoonni kee sii deegeruu danda'uu jedhen yaada. karaan duugdaa hindanqoo siif haa ta'uu.
Rabbii jedhii itti deebi'i
Abdi we will miss you and i want to hear from you why you are leaving?
Aka ati deemttu kan sigodhe maali dha nuuf ibsu dandeettaa????
Nu jiradhuu umurii dherraa rabbii sii haa keennu brother sii jalladha
Maal Abdii keenna, sila dubbii jabduu dhimma ummata keetii caaltu maaltu si qunnameeti ka karaan baataniif osoo hin xumurin hiriyoota kee ka akkas waliin ifaajjanii fi ummata kee ka akkas sagalee kee mi'aayaa saniin dhimmoota ati wa'ee fuulduree isaa ittiin dhiyeessitu sirraa eeggatu karaa irratti dhiiftee cinaa gorte??????Deebii kee si caqasa. Ka hojjatte seenaa galmee keessaa fi laphee keenna keessaa hin badu. Nuu jiraadhu.
Ati deemuun hin brbaachisu omn sirraabareeda
Abdii fiixee ija omn ta'uu oromoo miti alagaanuu ragaadha.ojjattoota oromoon akka qaroo ija isaatti laalu ari'uun ummata oromoo ija jaamsanii waan akeekkatan galmaan ga'uu Kan barbaadu diina
Maaloo Abdii fiixee miidiyaa ofii keetii sabboontota waliin dhaabde kan alagaa gootee keessaa bawuu deemtaa? Pleas