An Islamic Assault on Irreecha/Irressa Celebration

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by Abishe
Category
Religious Culture

Post your comment

Comments

  • Gaachuu
    Added

    Darasoonni akkana godhattee hardha sheeka ufiin jettu tun hundi..Joollummaa isaaniitti worra eenyummaa isaanii lagatee (osoo hin barin) guddatee dha. Waan Abbaa fi Haadha ufii beeyladaanuu hin wallaaluuf beekan malee "Oromoo fi Oromummaa" maal akka taate waan beekan hin qaban. Dhaloonni ardhaa Ija banadhaa eenyummaa Oromoo irratti cichuu haa jabeeffannuu. Amantii teessanis osoo wal hin tuqin jabeeffadhaa!

  • qubee qabsoo
    Added

    ati araba malee aadaan oromoo maal akka ta'ee fi aadaan isaa maal akka ta'e hin beektu. arabni oromoo ta'uu hin danda'u . islaamummaanis oromummaa miti atillee nin ta'a utuu jettee isaan si hin simatani . amantiin dhunfaadha

  • Abbaa Reeba
    Added

    You, moron mercenaries of TPLF and Habesha, we know that your are hired by the enemies of Oromo to divide Oromo's unity! You won't live to see this; you ignorant bandits of Arab!!!

  • JustHuman
    Added

    I am muslim and I think it is very stupid. people have right to do whatever they want. focus on yourself first.

  • Nani
    Added

    What the hell is?fuck ur sherea, slave arabs.Irrechi islama fi kiristana dura ture, amnatii namaaf jecha aada ofii gatuun salphina