Amanta islaama keessa KUN Hinjiru Masjiida Dhiira fi Dubartiin Bakka Tokkotti Walkessa Itti Salaatan

Thanks! Share it with your friends!

You disliked this video. Thanks for the feedback!

Added by Webmaster
Masjiida Dhiiraa fi Dubartiin Bakka Tokkotti Walkeessa Itti Salaatan
Raabiyaa Kubeel amantaa Islaamaa oggaa kudhan dura fudhatte. Dhiheenya kana masjiida haaraa Yunaaytid Isteets godina Kaalifoorniyaatti banteetti. Masjiida kana maaltu adda godha? Dhaggeeffadhaa.
# Religion #Oromo #Ethiopia

Kun hinjiru Amanta islaama kessa isheen dhihenyatti wan amanteef keessa hinbeeytu Tana asumatti dhaabuu qabdi.
Category
OMN News

Post your comment

Comments

Be the first to comment